29 Achiis halkan walakkaa Yihowaan ilma angafaa Faraʼoon isa teessoo isaa irra taaʼee jiru sana irraa jalqabee hamma ilma angafaa nama boojiʼamee mana hidhaa jiru sanaatti angafa biyya Gibxii keessa jiru hundumaa ni rukute;+ horiiwwan warra jalqaba dhalatan hundumaas ni rukute.+