-
Baʼuu 11:4, 5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Achiis Museen akkana jedhe: “Yihowaan akkana jedha: ‘Ani gara halkan walakkaa biyya Gibxii keessa nan darba;+ 5 ilma angafaa Faraʼoon isa teessoo isaa irra taaʼee jiru sana irraa jalqabee hamma ilma angafaa garbittii ishii dhagaa daakuutiin daaktu sanaatti, ilmi angafaa biyya Gibxii keessa jiru hundi ni duʼa;+ horiiwwan warri jalqaba dhalatan hundis ni duʼu.+
-
-
Faarfannaa 135:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Inni namas taʼe horii,
Angafa warra Gibxii rukuteera.+
-