-
Faarfannaa 78:51Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
51 Dhuma irrattis angafoota Gibxii hundumaa,
Warra firii jalqaba jabina isaanii taʼan dunkaanota Kaam keessatti ni rukute.+
-
-
Faarfannaa 105:36Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
36 Achiis angafoota biyya isaanii keessa jiran,
Warra firii jalqaba jabina isaanii taʼan hundumaa ni rukute.+
-
-
Faarfannaa 136:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Angafa warra Gibxii rukute,+
Jaalalli isaa inni amanamaan bara baraaf jabaatee dhaabbata.
-