LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 13:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Israaʼelota gidduudhaa dhiira angafa taʼe* hundumaa anaaf qulqulleessi.* Nama keessaas taʼe horii keessaa dhiirri jalqaba dhalatu kan koo ti.”+

  • Baʼuu 34:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 “Dhiirri angafa taʼe kam iyyuu* kan koo ti;+ qotiyyoos taʼe hoolaa, horii kee keessaa kormaan jalqaba dhalatu hundi kan koo ti.+

  • Lakkoofsa 18:15
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 15 “Namas taʼe horii uumamawwan jiraatoon* dura dhalatan+ warri isaan Yihowaadhaaf dhiheessan hundi kan kee ni taʼu. Haa taʼu malee, namoota keessaa warra dura dhalatan mamii tokko malee furi;+ horiiwwan xuraaʼoo keessaas warra dura dhalatan furuu qabda.+

  • Luqaas 2:23
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 23 kanas kan godhan akkuma Seera Yihowaa* keessatti, “Dhiirri jalqaba dhalatu hundi* Yihowaadhaaf* qulqulluu haa taʼu”+ jedhamee barreeffametti dha.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi