LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 34:20
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 20 Harree jalqaba dhalate hoolaadhaan furi. Yoo furuu baatte garuu morma isaa cabsi. Ilmaan kee keessaa isa angafa taʼe hundumaa furi.+ Eenyu iyyuu harka duwwaa ana duratti hin dhihaatin.

  • Leewwota 27:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Horiin sun horiiwwan qulqulluu hin taane keessaa tokko yoo taʼee fi namichis akka gatii shallagame sanaatti yoo isa fure, gatii sana irratti harka shan keessaa harka tokko dabalee haa kennu.+ Deebiʼee kan hin bitamne yoo taʼe garuu, gatii shallagame sanaan ni gurgurama.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi