Baʼuu 13:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 “Israaʼelota gidduudhaa dhiira angafa taʼe* hundumaa anaaf qulqulleessi.* Nama keessaas taʼe horii keessaa dhiirri jalqaba dhalatu kan koo ti.”+ Luqaas 2:23 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 23 kanas kan godhan akkuma Seera Yihowaa* keessatti, “Dhiirri jalqaba dhalatu hundi* Yihowaadhaaf* qulqulluu haa taʼu”+ jedhamee barreeffametti dha.
2 “Israaʼelota gidduudhaa dhiira angafa taʼe* hundumaa anaaf qulqulleessi.* Nama keessaas taʼe horii keessaa dhiirri jalqaba dhalatu kan koo ti.”+
23 kanas kan godhan akkuma Seera Yihowaa* keessatti, “Dhiirri jalqaba dhalatu hundi* Yihowaadhaaf* qulqulluu haa taʼu”+ jedhamee barreeffametti dha.