LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 12:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Sababiin isaas, halkan kana biyya Gibxii keessa nan darba; nama irraa jalqabee hamma horiitti angafa biyya Gibxii keessa jiru hundumaas nan rukuta;+ waaqolii warra Gibxii hundumaa irrattis murtii nan dabarsa.+ Ani Yihowaa dha.

  • Baʼuu 12:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Achiis halkan walakkaa Yihowaan ilma angafaa Faraʼoon isa teessoo isaa irra taaʼee jiru sana irraa jalqabee hamma ilma angafaa nama boojiʼamee mana hidhaa* jiru sanaatti angafa biyya Gibxii keessa jiru hundumaa ni rukute;+ horiiwwan warra jalqaba dhalatan hundumaas ni rukute.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi