Leewwota 27:26 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 26 “‘Haa taʼu malee, inni Yihowaadhaaf angafa taʼee waan dhalateef,+ eenyu iyyuu horii jalqaba dhalate qulqulluu godhee kennuu hin dandaʼu. Jibichas taʼe hoolaa, duruma iyyuu inni kan Yihowaa ti.+
26 “‘Haa taʼu malee, inni Yihowaadhaaf angafa taʼee waan dhalateef,+ eenyu iyyuu horii jalqaba dhalate qulqulluu godhee kennuu hin dandaʼu. Jibichas taʼe hoolaa, duruma iyyuu inni kan Yihowaa ti.+