Baʼuu 22:30 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 30 Qotiyyoo fi hoolaa kee ilaalchisee akkana godhi:+ Guyyaa torbaaf haadha isaa wajjin haa turu. Guyyaa saddeettaffaattis anaaf ni kennita.+ Keessa Deebii 15:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “Loonii fi bushaayee kee keessaa kormaa jalqaba dhalate hundumaa Waaqa kee Yihowaadhaaf qulqulleessi.+ Loon* kee keessaa isa jalqaba dhalateen hojii akkamii iyyuu hin hojjetin; bushaayee kee keessaa isa jalqaba dhalates rifeensa isaa hin murin.
30 Qotiyyoo fi hoolaa kee ilaalchisee akkana godhi:+ Guyyaa torbaaf haadha isaa wajjin haa turu. Guyyaa saddeettaffaattis anaaf ni kennita.+
19 “Loonii fi bushaayee kee keessaa kormaa jalqaba dhalate hundumaa Waaqa kee Yihowaadhaaf qulqulleessi.+ Loon* kee keessaa isa jalqaba dhalateen hojii akkamii iyyuu hin hojjetin; bushaayee kee keessaa isa jalqaba dhalates rifeensa isaa hin murin.