Keessa Deebii 15:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 “Loonii fi bushaayee kee keessaa kormaa jalqaba dhalate hundumaa Waaqa kee Yihowaadhaaf qulqulleessi.+ Loon* kee keessaa isa jalqaba dhalateen hojii akkamii iyyuu hin hojjetin; bushaayee kee keessaa isa jalqaba dhalates rifeensa isaa hin murin.
19 “Loonii fi bushaayee kee keessaa kormaa jalqaba dhalate hundumaa Waaqa kee Yihowaadhaaf qulqulleessi.+ Loon* kee keessaa isa jalqaba dhalateen hojii akkamii iyyuu hin hojjetin; bushaayee kee keessaa isa jalqaba dhalates rifeensa isaa hin murin.