LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 13:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 “Israaʼelota gidduudhaa dhiira angafa taʼe* hundumaa anaaf qulqulleessi.* Nama keessaas taʼe horii keessaa dhiirri jalqaba dhalatu kan koo ti.”+

  • Lakkoofsa 18:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Jibicha dura dhalate yookiin xobbaallaa hoolaa kormaa dura dhalatee yookiin reʼee dura dhalate qofa hin furin.+ Isaan qulqulluu dha. Dhiiga isaanii iddoo aarsaa irratti facaasi;+ coomni isaanii immoo aarsaa ibiddaan dhihaatuu fi urgaan isaa Yihowaa gammachiisu* taʼee akka aaru godhi.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi