Leewwota 17:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Sababiin isaas, lubbuun foonii dhiiga keessa jira;+ anis akka araara isiniif* argamsiisuuf iddoo aarsaa irratti isa isiniif kenneera;+ kunis kan taʼe, karaa lubbuu isa keessa jiruun araarri akka argamu kan godhu dhiiga sana waan taʼeefi.+
11 Sababiin isaas, lubbuun foonii dhiiga keessa jira;+ anis akka araara isiniif* argamsiisuuf iddoo aarsaa irratti isa isiniif kenneera;+ kunis kan taʼe, karaa lubbuu isa keessa jiruun araarri akka argamu kan godhu dhiiga sana waan taʼeefi.+