-
Baʼuu 3:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Dubartoonni hundi olloota isaanii fi dubartoota mana isaanii keessa jiraatan faayawwan meetii fi warqii, akkasumas uffata haa gaafatan; isinis wantoota kana ijoollee dhiiraa fi ijoollee durbaa keessaniif ni gootu; warra Gibxiis ni saamtu.”+
-
-
Faarfannaa 105:37Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
37 Sabni isaa meetii fi warqii fudhatanii akka baʼan godhe;+
Gosoota isaanii keessaa kan gufate tokko illee hin turre.
-