-
Uumama 17:12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
12 Guutummaa dhaloota keessanii keessatti, dhiirri guyyaa saddeet guutee fi isin gidduutti argamu kam iyyuu, dhiirri mana keessatti dhalate kam iyyuu, dhiirri sanyii kee hin taanee fi nama biyya ormaa irraa maallaqaan bitame kam iyyuu dhaqna qabamuu qaba.+
-
-
Uumama 17:23Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
23 Abrahaamis ilma isaa Ishmaaʼeliin, dhiirota mana isaa keessatti dhalatan hundumaa fi dhiirota maallaqaan bite hundumaa, akkasumas dhiirota mana isaa keessa jiran hundumaa fuudhee akkuma Waaqayyo isatti dubbatetti guyyuma sanatti foon qolofa isaanii isaan irraa ni mure.+
-