Baʼuu 12:24, 25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 “Kana ofii keessanii fi ilmaan keessaniif akka dambii dhaabbataatti kabajaa.+ 25 Akkuma inni jedhetti, gara biyya Yihowaan isiniif kennutti yommuu galtan yeroo hundumaa ayyaana kana kabajuu qabdu.+
24 “Kana ofii keessanii fi ilmaan keessaniif akka dambii dhaabbataatti kabajaa.+ 25 Akkuma inni jedhetti, gara biyya Yihowaan isiniif kennutti yommuu galtan yeroo hundumaa ayyaana kana kabajuu qabdu.+