3 Wanta raacitii qabu akkamii iyyuu isaa wajjin hin nyaatin;+ ati biyya Gibxii keessaa kan baate ariitiidhaan waan taʼeef,+ guyyaa torbaaf maxinoo, jechuunis maxinoo rakkinaa nyaadhu. Guyyaa biyya Gibxii keessaa itti baate akka yaadattuuf bara jireenyaa kee hundumaatti akkana godhi.+