- 
	                        
            
            Lakkoofsa 28:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
17 Jiʼa kana keessaa guyyaa 15ffaatti immoo ayyaanni tokko ni kabajama. Guyyaa torbaaf maxinoon ni nyaatama.+
 
 - 
                                        
 
- 
	                        
            
            1 Qorontos 5:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 Kanaafuu, raacitii moofaadhaan yookiin raacitii hamminaa fi raacitii cubbuutiin utuu hin taʼin, maxinoo raacitii hin qabne isa qulqulluu fi dhugaa taʼeen ayyaanicha haa kabajnu.+
 
 -