-
Baʼuu 12:42Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
42 Halkan kun, halkan Yihowaan biyya Gibxii keessaa waan isaan baaseef kabajani dha. Guutummaan saba Israaʼel dhaloota isaanii hundumaa keessatti halkan kana Yihowaadhaaf ni kabaju.+
-