-
Baʼuu 14:2, 3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 “Israaʼelonni duubatti deebiʼanii Phihaahiroot fuuldura, Baʼaal Zefoonitti garagalanii Migdoolii fi galaanicha gidduu akka buufatan isaanitti himi.+ Isin isatti garagaltanii galaanicha bira ni buufattu. 3 Achiis Faraʼoon waaʼee Israaʼelotaa, ‘Isaan burjaajaʼanii biyyattii keessa jooraa jiru. Lafti onaan sunis isaanitti cufameera’ jedha.
-
-
Lakkoofsa 33:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Israaʼelonnis Raamsees keessaa baʼanii Suukoot+ keessa buufatan.
-