Baʼuu 15:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Diinni akkana jedhe: ‘Ani isaan duukaa nan buʼa! Isaan nan dhaqqabas! Hamman quufutti* boojuu nan hiradha! Goraadee koo nan luqqifadha! Harki koos isaan ni injifata!’+
9 Diinni akkana jedhe: ‘Ani isaan duukaa nan buʼa! Isaan nan dhaqqabas! Hamman quufutti* boojuu nan hiradha! Goraadee koo nan luqqifadha! Harki koos isaan ni injifata!’+