LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 1:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Waaqni keessan Yihowaan akkuma biyya Gibxii keessatti ija keessan duratti godhe,+ isin dura ni deema; isiniifis ni lola.+

  • Keessa Deebii 20:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 sababiin isaas, Waaqni keessan Yihowaan diinota keessan isiniif loluu fi isin oolchuuf isinii wajjin ni baʼa.’+

  • 2 Seenaa Baraa 20:29
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 29 Mootummoonni biyyoota sanaa hundi Yihowaan diinota Israaʼel akka waraane yommuu dhagaʼan, Waaqayyo akka naʼan isaan godhe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi