LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 15:13, 14
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Jaalala kee isa amanamaadhaan saba isa furte+ ni geggeessite;

      Jabina keetiin gara bakka jireenyaa kee isa qulqulluu taʼetti isaan qajeelchita.

      14 Namoonni dhagaʼanii+ hollatu;

      Jiraattonni Filisxeemis ni dhiphatu.*

  • Iyyaasuu 9:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Jiraattonni Gibeʼonis+ wanta Iyyaasuun Yerikoo+ fi Aay+ irratti raawwate ni dhagaʼan.

  • Iyyaasuu 9:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Yeroo kanatti akkana isaan jedhan: “Nuti tajaajiltoonni kee kabaja maqaa Waaqa kee Yihowaatiif qabnuun kan kaʼe biyya fagoodhaa dhufne;+ sababiin isaas, nuti waaʼee beekamummaa isaa fi wanta inni biyya Gibxii keessatti raawwate hundumaa dhageenyeerra;+

  • 2 Seenaa Baraa 17:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Yihowaan mootummoota biyyoota naannoo Yihudaatti argaman hundumaa waan naasiseef, isaan Yoshaafaaxii wajjin wal hin waraanne.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi