LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyaasuu 2:9, 10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 9 Achiis akkana isaaniin jette: “Yihowaan biyyattii akka isiniif kennuu+ fi sabichi akka isin sodaate+ ani beeka. Jiraattonni biyyattii hundis isiniin kan kaʼe abdii kutataniiru;+ 10 sababiin isaas, yeroo isin biyya Gibxii keessaa baatanitti Yihowaan akkamitti bishaan Galaana Diimaa isin duratti akka gogse,+ akkasumas wanta isin mootota Amoorotaa lamaan Sihoonii+ fi Oog+ warra Yordaanos gamatti* guutummaatti balleessitan sana irratti gootan dhageenyeerra.

  • Faarfannaa 66:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Inni galaanicha gara lafa gogaatti jijjiire;+

      Lagicha miila isaaniitiin ceʼan.+

      Nutis achitti isatti gammanne.+

  • Faarfannaa 106:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Galaana Diimaa ni ifate; galaanichis ni goge;

      Akkuma waan gammoojjii* keessa deemaniitti gad fageenya galaanichaa keessa isaan geggeesse;+

  • Faarfannaa 114:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  3 Galaanichi kana argee baqate;+

      Yordaanosis duubatti deebiʼe.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi