Faarfannaa 78:53 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 53 Nagaadhaan isaan geesse,Sodaanis isaanitti hin dhagaʼamne;+Galaanichi diinota isaanii ni uwwise.+ Ibroota 11:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Israaʼelonni amantiidhaan akka lafa gogaatti Galaana Diimaa keessa darban;+ haa taʼu malee, warri Gibxii kana gochuuf yommuu yaalan galaanichaan liqimfaman.+
29 Israaʼelonni amantiidhaan akka lafa gogaatti Galaana Diimaa keessa darban;+ haa taʼu malee, warri Gibxii kana gochuuf yommuu yaalan galaanichaan liqimfaman.+