Uumama 26:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Halkan sana Yihowaan isatti mulʼatee, “Ani Waaqa abbaa kee Abrahaami.+ Ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin;+ Abrahaam tajaajilaa kootiif jedhee sin eebbisa, sanyii kees nan baayʼisa” isaan jedhe.+
24 Halkan sana Yihowaan isatti mulʼatee, “Ani Waaqa abbaa kee Abrahaami.+ Ani sii wajjin waanan jiruuf hin sodaatin;+ Abrahaam tajaajilaa kootiif jedhee sin eebbisa, sanyii kees nan baayʼisa” isaan jedhe.+