Uumama 17:1 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Abraam yommuu umuriin isaa waggaa 99 taʼutti Yihowaan isatti mulʼatee akkana isaan jedhe: “Ani Waaqa Hundumaa Dandaʼu dha. Ana duratti deddeebiʼi; mudaa* kan hin qabne taʼuu kees argisiisi. Uumama 28:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kunoo, Yihowaan achi irra dhaabbatee ture; innis akkana jedhe: “Ani Yihowaa isa Waaqa abbaa kee Abrahaamii fi Waaqa Yisihaaq taʼe dha.+ Iddoo ciistee jirtu kana sii fi sanyii keetiif nan kenna.+
17 Abraam yommuu umuriin isaa waggaa 99 taʼutti Yihowaan isatti mulʼatee akkana isaan jedhe: “Ani Waaqa Hundumaa Dandaʼu dha. Ana duratti deddeebiʼi; mudaa* kan hin qabne taʼuu kees argisiisi.
13 Kunoo, Yihowaan achi irra dhaabbatee ture; innis akkana jedhe: “Ani Yihowaa isa Waaqa abbaa kee Abrahaamii fi Waaqa Yisihaaq taʼe dha.+ Iddoo ciistee jirtu kana sii fi sanyii keetiif nan kenna.+