Iyyaasuu 11:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 Iyyaasuun magaalota mootota kanaa hundumaa ni qabate; mootota isaanii hundumaas goraadeedhaan ni moʼe.+ Akkuma Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe ajajettis guutummaatti isaan ni balleesse.+
12 Iyyaasuun magaalota mootota kanaa hundumaa ni qabate; mootota isaanii hundumaas goraadeedhaan ni moʼe.+ Akkuma Museen inni tajaajilaa Yihowaa taʼe ajajettis guutummaatti isaan ni balleesse.+