Keessa Deebii 7:2 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 2 Waaqni kee Yihowaan sitti dabarsee isaan ni kenna; atis isaan ni injifatta.+ Ati mamii tokko malee haxaaʼii isaan balleessi.+ Isaanii wajjin kakuu akkamii iyyuu hin galin yookiin gara laafina tokko illee isaanitti hin argisiisin.+ Keessa Deebii 7:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Saboota Waaqni kee Yihowaan dabarsee sitti kennu hundumaa ni balleessita.*+ Kun kiyyoo waan sitti taʼuuf,+ isaaniif hin gaddin,*+ waaqolii isaaniis hin tajaajilin.+
2 Waaqni kee Yihowaan sitti dabarsee isaan ni kenna; atis isaan ni injifatta.+ Ati mamii tokko malee haxaaʼii isaan balleessi.+ Isaanii wajjin kakuu akkamii iyyuu hin galin yookiin gara laafina tokko illee isaanitti hin argisiisin.+
16 Saboota Waaqni kee Yihowaan dabarsee sitti kennu hundumaa ni balleessita.*+ Kun kiyyoo waan sitti taʼuuf,+ isaaniif hin gaddin,*+ waaqolii isaaniis hin tajaajilin.+