LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:33
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 33 Isaan ana irratti cubbuu akka si hin hojjechiisneef, biyya kee keessa jiraachuu hin qaban. Ati waaqolii isaanii yoo tajaajilte, kun dhugumaan kiyyoo sitti taʼa.”+

  • Keessa Deebii 12:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 isaan si duraa haxaaʼamanii erga balleeffamanii booda kiyyoo keessa akka hin galle of eeggadhu. ‘Saboonni kun waaqolii isaanii tajaajiluu barsiifata kan godhatan akkamitti? Anis akkanuma nan godha’ jettee waaʼee waaqolii isaanii hin gaafatin.+

  • Abbootii Murtii 2:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Isinis jiraattota biyya kanaa wajjin kakuu hin galinaa;+ iddoowwan aarsaa isaaniis diigaa.’+ Isin garuu sagalee kootiif hin ajajamne.+ Kana kan gootan maaliifi? 3 ‘Ani isin duraa isaan hin ariʼu;+ isaanis kiyyoo isinitti ni taʼu;+ waaqoliin isaanii isin gowwoomsu’+ kanan isiniin jedhes kanaafi.”

  • Faarfannaa 106:36
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 36 Waaqolii tolfamoo isaanii tajaajiluu isaanii itti fufan,+

      Waaqoliin kunis kiyyoo isaanitti taʼan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi