-
Baʼuu 23:33Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
33 Isaan ana irratti cubbuu akka si hin hojjechiisneef, biyya kee keessa jiraachuu hin qaban. Ati waaqolii isaanii yoo tajaajilte, kun dhugumaan kiyyoo sitti taʼa.”+
-
-
1 Mootota 11:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Isaan saboota Yihowaan, “Isaan waaqolii isaanii akka hordoftan garaa keessan waan jalʼisaniif, isin isaanii wajjin walitti hin makaminaa;* isaanis isinii wajjin walitti hin makamin”+ jedhee waaʼee isaanii Israaʼelotatti dubbate keessaa kan dhufan turan. Solomoon garuu isaanitti ni maxxane; isaan ni jaallates.
-