LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 7:1, 2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 “Waaqni kee Yihowaan gara biyya itti seentee dhaalaan fudhachuuf jettutti yommuu si galchu,+ inni saboota torba warra si caalaa uummata hedduu qabanii fi ciccimoo taʼan,+ jechuunis Heetota, Girgaashota, Amoorota,+ Kanaʼaanota, Pheriizota, Hiiwotaa fi Yebuusota+ si duraa ni balleessa.+ 2 Waaqni kee Yihowaan sitti dabarsee isaan ni kenna; atis isaan ni injifatta.+ Ati mamii tokko malee haxaaʼii isaan balleessi.+ Isaanii wajjin kakuu akkamii iyyuu hin galin yookiin gara laafina tokko illee isaanitti hin argisiisin.+

  • Keessa Deebii 20:16
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 16 Magaalota saboota kanaa warra Waaqni kee Yihowaan dhaalaan siif kennu keessatti garuu, wanti hafuura baafatu tokko illee akka oolu hin godhin.+

  • Iyyaasuu 10:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Guyyaa sanatti Iyyaasuun Maaqedaa+ qabatee goraadeedhaan ishii ni rukute. Mootii ishii fi namoota* ishii keessa turan hundumaa guutummaatti ni balleesse; nama tokko illees hin hambisne.+ Akkuma mootii Yerikoo irratti godhetti, mootii Maaqedaa+ irrattis ni godhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi