LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 2:11, 12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Kanaafuu, Israaʼelonni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan; Baʼaaliinis ni tajaajilan.*+ 12 Akka kanaan isaan Yihowaa isa Waaqa abbootii isaanii taʼee fi biyya Gibxii keessaa isaan baase ni dhiisan.+ Akkasumas waaqolii kan biroo, jechuunis waaqolii saboota naannoo isaaniitti argamanii duukaa buʼan;+ isaaniif sagaduudhaanis Yihowaa ni dheekkamsiisan.+

  • 2 Mootota 17:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Isaan wanta Yihowaan, “Kana hin godhinaa!”+ jedhee isaanitti hime gochuudhaan, waaqolii tolfamoo balfamoo* taʼan tajaajiluu isaanii itti fufan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi