LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Abbootii Murtii 3:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Kanaafuu, Israaʼelonni wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan; Waaqa isaanii Yihowaa irraanfatanii Baʼaalii+ fi utubaawwan waaqeffannaa*+ tajaajilaa turan.

  • Abbootii Murtii 10:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Israaʼelonni ammas wanta Yihowaa duratti hamaa taʼe ni raawwatan;+ akkasumas Baʼaaliin,+ siidaawwan Ashtooret, waaqolii Aaraam,* waaqolii Siidoon, waaqolii Moʼaab,+ waaqolii Amoonotaa+ fi waaqolii Filisxeemotaa+ tajaajiluu jalqaban. Yihowaa ni dhiisan; isas hin tajaajille.

  • 1 Mootota 18:17, 18
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis Eeliyaasiin akkuma argeen, “Inni Israaʼel irratti rakkina guddaa fidaa* jiru siʼii?” isaan jedhe.

      18 Yeroo kanatti inni akkana isaan jedhe: “Ajajawwan Yihowaa dhiisuudhaan, Baʼaal duukaas buʼuudhaan Israaʼel irratti rakkina fidaa kan jiru+ sii fi mana abbaa keetii ti malee ana miti.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi