Baʼuu 34:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaa mannaa, iddoowwan aarsaa isaanii diigi; siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsi; utubaawwan waaqeffannaa* isaaniis mummuri.+ Lakkoofsa 33:52 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 Jiraattota biyyattii hundumaa of duraa ariʼaa; dhagoota isaanii warra bocaman+ hundumaa fi siidaawwan sibiilaa*+ isaanii hundumaa balleessaa; iddoowwan waaqeffannaa isaanii warra ol kaʼoo hundumaas barbadeessaa.+
13 Kanaa mannaa, iddoowwan aarsaa isaanii diigi; siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsi; utubaawwan waaqeffannaa* isaaniis mummuri.+
52 Jiraattota biyyattii hundumaa of duraa ariʼaa; dhagoota isaanii warra bocaman+ hundumaa fi siidaawwan sibiilaa*+ isaanii hundumaa balleessaa; iddoowwan waaqeffannaa isaanii warra ol kaʼoo hundumaas barbadeessaa.+