LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:24
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 24 Waaqolii isaaniitiif hin sagadin yookiin gowwoomfamtee isaan hin tajaajilin; gocha isaaniis hin hordofin.+ Kanaa mannaa, isaan balleessi; siidaawwan waaqeffannaa isaaniis caccabsi.+

  • Baʼuu 34:13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 13 Kanaa mannaa, iddoowwan aarsaa isaanii diigi; siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsi; utubaawwan waaqeffannaa* isaaniis mummuri.+

  • Baʼuu 34:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 “Sibiila baqsitee waaqolii hin tolchin.+

  • Keessa Deebii 7:5
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 5 “Kanaa mannaa, wanti isaan irratti gochuu qabdan kana dha: Iddoowwan aarsaa isaanii diigaa, siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsaa,+ utubaawwan waaqeffannaa* isaanii kukkutaa,+ fakkiiwwan isaanii warra bocamanis gubaa.+

  • Keessa Deebii 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Iddoowwan aarsaa isaanii diigaa; siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsaa;+ utubaawwan waaqeffannaa* isaanii ibiddaan gubaa; fakkiiwwan waaqolii isaanii warra bocaman mummuraa;+ maqaa isaaniis guutummaatti iddoo sanaa balleessaa.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi