Keessa Deebii 16:21, 22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 21 “Iddoo aarsaa isa Waaqa kee Yihowaadhaaf ijaartu biratti muka gosa akkamii iyyuu utubaa waaqeffannaa* gootee hin dhaabin.+ 22 “Siidaa waaqeffannaa isa Waaqni kee Yihowaan jibbus ofii keetiif hin dhaabin.+
21 “Iddoo aarsaa isa Waaqa kee Yihowaadhaaf ijaartu biratti muka gosa akkamii iyyuu utubaa waaqeffannaa* gootee hin dhaabin.+ 22 “Siidaa waaqeffannaa isa Waaqni kee Yihowaan jibbus ofii keetiif hin dhaabin.+