Baʼuu 20:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Ana biratti* waaqolii kan biroo akkamii iyyuu hin qabaatin.+ Lakkoofsa 33:52 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 52 Jiraattota biyyattii hundumaa of duraa ariʼaa; dhagoota isaanii warra bocaman+ hundumaa fi siidaawwan sibiilaa*+ isaanii hundumaa balleessaa; iddoowwan waaqeffannaa isaanii warra ol kaʼoo hundumaas barbadeessaa.+
52 Jiraattota biyyattii hundumaa of duraa ariʼaa; dhagoota isaanii warra bocaman+ hundumaa fi siidaawwan sibiilaa*+ isaanii hundumaa balleessaa; iddoowwan waaqeffannaa isaanii warra ol kaʼoo hundumaas barbadeessaa.+