Baʼuu 23:24 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 24 Waaqolii isaaniitiif hin sagadin yookiin gowwoomfamtee isaan hin tajaajilin; gocha isaaniis hin hordofin.+ Kanaa mannaa, isaan balleessi; siidaawwan waaqeffannaa isaaniis caccabsi.+ Baʼuu 34:13 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Kanaa mannaa, iddoowwan aarsaa isaanii diigi; siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsi; utubaawwan waaqeffannaa* isaaniis mummuri.+
24 Waaqolii isaaniitiif hin sagadin yookiin gowwoomfamtee isaan hin tajaajilin; gocha isaaniis hin hordofin.+ Kanaa mannaa, isaan balleessi; siidaawwan waaqeffannaa isaaniis caccabsi.+
13 Kanaa mannaa, iddoowwan aarsaa isaanii diigi; siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsi; utubaawwan waaqeffannaa* isaaniis mummuri.+