Keessa Deebii 7:25 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 25 Fakkiiwwan waaqolii isaanii warra bocaman ibiddaan gubaa.+ Meetii fi warqiin isaan irra jiru Waaqa kee Yihowaa duratti jibbisiisaa waan taʼeef,+ kiyyoo akka sitti hin taaneef isa hin hawwin yookiin hin fudhatin.+
25 Fakkiiwwan waaqolii isaanii warra bocaman ibiddaan gubaa.+ Meetii fi warqiin isaan irra jiru Waaqa kee Yihowaa duratti jibbisiisaa waan taʼeef,+ kiyyoo akka sitti hin taaneef isa hin hawwin yookiin hin fudhatin.+