Isaayyaas 30:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Atis meetii fakkiiwwan kee warra bocamanitti uwwifamee fi warqii siidaawwan sibiilaa kee* irratti maxxanfame ni xureessita.+ Akkuma huccuu laguutti isaan gattee, “Asii badaa!”* isaaniin jetta.+
22 Atis meetii fakkiiwwan kee warra bocamanitti uwwifamee fi warqii siidaawwan sibiilaa kee* irratti maxxanfame ni xureessita.+ Akkuma huccuu laguutti isaan gattee, “Asii badaa!”* isaaniin jetta.+