LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 12:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Iddoowwan aarsaa isaanii diigaa; siidaawwan waaqeffannaa isaanii caccabsaa;+ utubaawwan waaqeffannaa* isaanii ibiddaan gubaa; fakkiiwwan waaqolii isaanii warra bocaman mummuraa;+ maqaa isaaniis guutummaatti iddoo sanaa balleessaa.+

  • 1 Seenaa Baraa 14:12
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 12 Filisxeemonnis waaqolii isaanii achumatti dhiisan; yommuu Daawit ajaja kennettis ibiddaan isaan ni guban.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi