-
Baʼuu 15:22Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
22 Boodas Museen Israaʼelota Galaana Diimaa biraa fuudhee deeme; isaanis gara lafa onaa Shuuritti qajeelan; guyyaa sadiifis lafa onaa keessa deeman; haa taʼu malee, isaan bishaan hin arganne.
-
-
Baʼuu 16:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Israaʼelonni akkana isaaniin jedhu turan: “Biyya Gibxii keessatti distii foonii bira yeroo taaʼaa turrettii fi yeroo hamma quufnutti daabboo nyaachaa turretti harkuma Yihowaatiin utuu duuneerra taʼee nuu wayya ture.+ Ammas isin guutummaa gumii kanaa beelaan ajjeesuuf achii baastanii gara lafa onaa kanatti nu fiddan.”+
-