-
Keessa Deebii 4:5Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Isin biyya dhaalaan fudhattan keessatti akka isaan eegdaniif, akkuma Waaqni koo Yihowaan na ajajetti, kunoo ani dambiiwwanii fi heerawwan kana isin barsiiseera.+
-
-
Keessa Deebii 5:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Achiis Museen guutummaa Israaʼeliin waamee akkana isaaniin jedhe: “Yaa Israaʼel, dambiiwwanii fi heerawwan ani harʼa isin beeksisu kana dhagaʼaa, isaan baradhaa, akkasumas of eeggannoodhaan hojii irra oolchaa.
-