-
Leewwota 26:46Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
46 Dambiiwwan, heerawwanii fi seerawwan Yihowaan Gaara Siinaa irratti karaa Musee ofii isaa fi Israaʼelota gidduutti hundeesse kanneen kana dha.+
-
-
Lakkoofsa 30:16Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “Kun abbaa manaa tokkoo fi haadha manaa isaa, akkasumas abbaa tokkoo fi intala isaa ishii dargaggeettii taatee fi mana isaa keessa jiraattu ilaalchisee dambiiwwan Yihowaan Musee ajaje dha.”
-
-
Lakkoofsa 36:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Ajajawwanii fi heerawwan Yihowaan gammoojjii Moʼaab isa Yerikoo gamatti, Yordaanos biratti argamu keessatti karaa Musee Israaʼelotaaf kenne kanneen kana dha.+
-
-
Keessa Deebii 6:1Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 “Isin gara biyya dhaalaan fudhattanitti yommuu ceetan akka isaan eegdaniif, ajajawwan, dambiiwwanii fi heerawwan Waaqni keessan Yihowaan isin barsiisuuf kenne kanneen kana dha;
-