LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Baʼuu 23:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 “Mattaʼaan ija namoota akka gaariitti arganii waan jaamsuuf, dubbii qajeelotaas jalʼisuu waan dandaʼuuf, mattaʼaa hin fudhatin.+

  • 1 Ximotewos 3:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, ilaaltuu ol aanaan himata irraa walaba kan taʼe, haadha manaa takkittii kan qabu, barsiifata madaalamaa kan qabu, sirriitti kan yaadu,*+ seera qabeessa, keessummaa kan simatu,+ barsiisuuf gaʼumsa kan qabu,+ 3 kan hin machoofne,+ abbaa humnaa kan hin taane,* yaada ofiitti kan hin cichine,+ kan nama hin lolle,+ maallaqa kan hin jaallanne,+

  • Tiitoo 1:7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 7 Ilaaltuu ol aanaan bulchaa Waaqayyoon muudame waan taʼeef, nama himata irraa walaba taʼe, nama yaada mataa isaatiin hin geggeeffamne,+ nama dafee hin aarre,+ nama hin machoofne, abbaa humnaa kan hin taane,* nama sassataan faayidaa sirrii hin taane argachuuf hin yaalle taʼuu qaba;

  • 1 Pheexiros 5:2
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Ilaaltota ol aanaa taatanii tajaajiluudhaan* tuuta hoolota Waaqayyoo warra eegumsa keessan jala jiran tiksaa;+ kanas dirqamaan utuu hin taʼin, Waaqayyo duratti fedhiidhaan,+ buʼaa sirrii hin taane jaallachuudhaan utuu hin taʼin,+ hawwii guddaadhaan raawwadhaa;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi