Keessa Deebii 32:11, 12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Akkuma risaan manʼee ishii sochoostutti,Cuucota ishii irra naannoftutti,Qoochoo* ishii diriirsitee isaan fudhattutti,Baalleewwan ishii irrattis isaan baattutti,+12 Yihowaa qofatu isa* geggeesse;+Waaqni ormaa tokko illee isaa wajjin hin turre.+ Isaayyaas 63:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yeroo isaan dhiphatan hundumaatti, innis ni dhiphate.+ Ergamaan dhuunfaa isaas* isaan ni oolche.+ Jaalala isaa fi gara laafina isaatiin isaan ni fure,+Bara durii hundumaatti ol kaasee isaan ni baate.+
11 Akkuma risaan manʼee ishii sochoostutti,Cuucota ishii irra naannoftutti,Qoochoo* ishii diriirsitee isaan fudhattutti,Baalleewwan ishii irrattis isaan baattutti,+12 Yihowaa qofatu isa* geggeesse;+Waaqni ormaa tokko illee isaa wajjin hin turre.+
9 Yeroo isaan dhiphatan hundumaatti, innis ni dhiphate.+ Ergamaan dhuunfaa isaas* isaan ni oolche.+ Jaalala isaa fi gara laafina isaatiin isaan ni fure,+Bara durii hundumaatti ol kaasee isaan ni baate.+