Isaayyaas 43:12 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 12 “Ani isa yeroo waaqni ormaa isin gidduu hin turretti+ Wanta raawwatamu labse, isa isin oolchee fi wanta kana beeksise sana dha. Kanaafuu, isin dhugaa baatota koo ti” jedha Yihowaan, “Ani Waaqa dha.+
12 “Ani isa yeroo waaqni ormaa isin gidduu hin turretti+ Wanta raawwatamu labse, isa isin oolchee fi wanta kana beeksise sana dha. Kanaafuu, isin dhugaa baatota koo ti” jedha Yihowaan, “Ani Waaqa dha.+