-
Keessa Deebii 15:16, 17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
16 “Inni siinis taʼe maatii kee waan jaallateef, sii wajjin jiraachuu isaattis waan gammadeef, ‘Ani si irraa adda hin baʼu!’ yoo siin jedhe garuu,+ 17 mutaa fudhadhuutii balbala irratti gurra isaa uri; innis umurii isaa guutuu garbicha kee ni taʼa. Garbittii tee irrattis akkanuma godhi.
-