-
Baʼuu 21:5, 6Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
5 Haa taʼu malee, garbichi sun irra deddeebiʼee, ‘Ani gooftaa koo, haadha manaa tiyyaa fi ijoollee koo nan jaalladha; bilisa baʼuus hin barbaadu’+ yoo jedhe, 6 gooftaan isaa Waaqa dhugaa duratti isa haa dhiheessu. Achiis gooftaan isaa gara balbalaatti yookiin gara maqaanii balbalaatti isa fidee mutaadhaan gurra isaa haa uru; innis umurii isaa guutuu garbicha isaa ni taʼa.
-