1 Qorontos 7:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 Abbaan manaa wanta haati manaa isaa argachuu qabdu ishiidhaaf haa kennu; haati manaas abbaa manaa ishiitiif akkasuma haa gootu.+
3 Abbaan manaa wanta haati manaa isaa argachuu qabdu ishiidhaaf haa kennu; haati manaas abbaa manaa ishiitiif akkasuma haa gootu.+